አዋሽ ኢንሹራንስ “እምነትዎን ስለጣሉብን እናመሰግናለን” በሚል መሪ ቃል የደንበኞች ሳምንት በማክበር ላይ ይገኛል። በዓሉ በሁሉም የኩባንያችን ቅርንጫፎች እና አገናኝ ቢሮዋች ለአንድ ሳምንት በተለያዩ ደማቅ ፕሮግራሞች ይከበራል። ከሰላሳ አመታት በላይ በነበረን የመድን ሽፋን አገልግሎታችን ላይ ከፍተኛ እምነት ጥለዉብን ከኛ ጋር ለተጓዙ፣ የእድገት እና የስኬታችን ጠንካራ መሰረት የሆኑ ደንበኞቻችንን ከልብ እያመሰገንን፣ በዓሉን ምክኒያት በማድረግ ለደንበኞቻችን የተለያዩ ስጦታዎችን አዘጋጅተናል።

  1. በተለያዩ የኢንሹራንስ አገልግሎቶች ላይ እስከ 25% የሚደርስ እና ለአንድ ወር የሚቆይ ቅናሽ ተደርጓል። ለምሳሌ በ Mortgage Redemption Insurance (MRI)፣ Individual Life Insurance፣ በትምህርት ኢንሹራንስ፣ በሰራተኞች ኢንሹራንስ (Workers’ Compensation Insurance) እና በእሳት አደጋና መብረቅ ኢንሹራንስ ላይ 25% ቅናሽ ተደርጓል።
  2. ወደ አዋሽ ኢንሹራንስ ዋና መስሪያ ቤት፣ ቅርንጫፎች እና አገናኝ ቢሮዎች በመምጣት ለተሽከርካሪያቸው ሙሉ የመድን ሽፋን ለሚገዙ ደንበኞች አስገዳጅ የሶስተኛ ወገን ሽፋን በሕግ የተቀመጠውን አረቦን ለከፈሉ ደንበኞች ተጨማሪ ዋስትና ይሰጣል፣ በሶስተኛ ወገን ለሚደርስ ጉዳት ብር 200,000 የነበረዉ የንብረት ካሳ ሽፋን (Property Coverage) ወደ ብር 300,000 ያድጋል፣ ብር 250,000 የነበረ የሶስተኛ ወገን የሞት እና የአካል ጉዳት ካሳ ሽፋን ወደ ብር 300,000 ያለ ተጨማሪ አረቦን ክፍያ ያድጋል።  ከዚህ በላይ  በተገለጸዉ ጊዜ ወስጥ ወደ ኩባንያችን ወና መስሪያ ቤት፣ ቅርንጫፎች እና አገናኝ ቢሮዋች በመምጣት የመድን ዋስትና አገልግሎት የሚገዙና የሚያድሱ ነባር ደንበኞችም ሆነ አዳድስ ደንበኞች የአገልግሎቱ ተጠቃሚ ይሆናሉ።
  3. በኩባንያችን የመሃበራዊ ትስስር ገጾች ማለትም በፌስቡክ፣ በቴሌግራም እና በሊንክድ ኢን በሚደረጉ የመድን ዋስትና አገልግሎት ግንዛቤ ማስጨበጫ ጫወታዎች ላይ በመሳተፍ ያሸነፉ ደንበኞቻችን የተለያዩ መጠን ያላቸዉ የሞባይል ካርድ ይበረከታል።

የኩባንያችን ዋና ስራ አስፈጻሚ አቶ ጅባት አለምነህ ባደረጉት ንግግር ሁሉንም የበዓሉ ታዳሚዎችን እንኳን ደህና መጣችሁ በማለት አዋሽ እንሹራንስ ከተመሰረተበት ጊዜ ጀምሮ ደንበኞቹን  የኩባንያዉ “የስኬቶቹ ጠንካራ መሰረት” መሆናቸውን ተረድቶ ከጊዜ ወደ ጊዜ እየጨመረ እና እየተለዋወጠ የሚሄደዉን የደንበኞቹን ፍላጐት ለማርካት መሰረተ ሰፊ የሆኑ የተለያዩ ሥራዎችን ሲያከናውን መቆየቱን ገልጿል፡፡ ይህም የኩባንያው የመድን ዋስትና ሽፋን አገልግሎት ተመራጭ፣ አስተማማኝ እና ኩባንያው በሀገራችን ካሉት ሁሉም የግል ኢንሹራንስ ኩባንያዎች ቀዳሚው እንዲሆን ያስቻሉ ሲሆን ከ90 ሺ በላይ የሆኑ ደንበኞችን እንድናፈራ አስችለዉናል ብሏል። አቶ ጅባት አክለዉም ደንበኞቻችን በዓሉን ምክንያት በማድረግ የተዘጋጀላቸዉ ስጦታዎች ተጠቃሚ እንዲሆኑ በማስታወስ፣ ወደ ፊት ለሚጠብቀን ሌላኛው የአብሮነትና ስኬታማ ጉዙ በመጋበዝ  ለነበራቸው ቆይታ ከልብ አመስግኗል።

የኩባንያችን ዳይሬክተሮች ቦርድ ሰብሳቢ አቶ ታደሰ ገመዳ በፕሮግራሙ ላይ በመገኘት የመክፈቻ ንግግር አድርጎ የክብረ በዓሉን መጀመር በታላቅ ደስታ አብስረዋል። አቶ ታደሰ ባደረጉት ንግግር ኩባንያው ከምስረታው ጀምሮ ለደንበኞች አገልግሎት በሰጠዉ ትኩረት ከደንበኞች ከፍተኛ እምነት ማግኘት መቻሉን እና በቪዥን 2030 ስትራቴጂ የላቀ የደንበኞች አገልግሎትን እውን ለማድረግ ዝርዝር ዕቅዶች አውጥቶ እየሰራ መሆኑን ገልጽዋል። በመሆኑም በደንበኞች ፍላጎት ላይ የተመሰረቱ የመድን ዓይነቶችን በመቅረፅ ለደንበኞች የማቅረብና የደንበኞችን እርካታ ለማረጋገጥ የሚረዱ የአገልግሎት አሰጣጥ ስርዓት (Service Delivery Standards) በማዘጋጀት በሥራ ላይ እንዲውሉ ማድረጉንም አስታውሰዋል። “ደንበኞች የህልውናችን መሰረት ናቸው” ያሉት አቶ ታደሰ፣ ኩባንያው በየጊዜው የደንበኞች ጉብኝት( Customers Visit) በማድረግ ከደንበኞች የሚገኙ ግብረመልሶች እየተወሰዱ የኩባንያው አገልግሎት እንዲሻሻል የሚደረግበት አሰራር መኖሩን ገልጸዋል፡፡

ለመላዉ የኩባንያችን ደንበኞች መልካም የደንበኞች ሳምንት እንመኛለን!

Dhaabbanni keenya Inshuraansiin Awaash mata duree “Amantaa guddaa nurraa qabdaniif Galatoomaa!” jedhuun ayyaana torbee maamiltootaa kabajaa kan jiru yommuu ta’u, ayyaanichi waajjira muummichaafi Dameewwan dhaabbata keenyaa hundatti bifa walfakkaatuufi sagantaa ho’aan torbee tokkoof kan kabajamu ta’a. Dhaabbanni keenya hundeeffama isaarraa kaasee maamiltoonni isaa bu’uura jabaa milkaa’inasaa ta’uu kan amanu yommuu ta’u, waggaatti yeroo tokko sagantaa ayyaana torbee maamiltootaa qopheessuun maamiltootasaa galateeffata. Bara kanas maamiltoota keenya waggoota 30n darban keessatti tajaajila amansiisaa nuti kenninuuf amantaa guddaa nurra kaawwatanii tajaajila keenya fayyadamaniifi bu’uura cimaa milkaa’ina keenya ta’an galateeffachaa ayyaanicha sababeeffachuun tajaajiloota armaan gadiirratti hir’isa gatii taasisuu keenya gammachuu guddaadhaan ibsina.

  1. Tajaajiloota Inshuraansii Liqaa Baankii (Mortgage Redemption Insurance (MRI))፣ Inshuraansii Fayyaa Dhuunfaa (Individual Life Insurance), Inshuraansii Barnootaa (Education Insurance), Inshuraansii Hojjattootaa (Workers’ Compensation Insurance)fi Inshuraansii Balaa Ibiddaafi Bakakkaa irratti hir’ifamni gatii dhibbeentaa digdamii shanii (25%) kan ji’a tokkoof qofa turu taasifameera.
  2. Namoota uwwisa Inshuraansii konkolaataa guutuu bitatan kanneen uwwisa Inshuraansii Konkolaataa qaama sadaffaa guuttataniif:  Uwwisni qabeenyaa (Property Coverage) hanga 200,000 qofatti kennamuufi beenyaan balaa du’aafi miidhama qaamaatiif kafalamu kan hanga 250,000 qofa ture gara 300,000 guddata.
  3. Maamilootni waldorgommii gaaffifi deebii dhaabbanni keenya hubannoo hawaasni tajaajila inshuraansiirratti qabu gabbisuuf karaa miidiyaalee hawaasaatiin adeemsisurratti hirmaatanii injifataniif badhaasni kaardii moobaayilii ni kennama.

Hir’ifamni gatii kun ji’a tokkoof (Bitootessa 29 hanga Ebla 29, 2017ALItti) qofa kan turu yommuu ta’u, maamiltoonni tajaajila inshuraansii haaraa bitachuuf yookan haaromsachuuf gara waajjira muummeefi dameewwan keenyaatti dhufan hundi tajaajila kana fayyadamuu danda’u.

Hoji-gaggeessaa Olaanaan dhaabbata keenyaa Kabajamoo Obbo Jibaat Alaminaa Faajjii Ayyanicharratti haasaa taasisaniin dhaabbanni keenya hundeeffamasaarraa kaasee maamiiloonnisaa bu’uura cimaa milkaa’inasaa ta’uu hubachuun fedhiisaanii guutuuf xiyyeeffannoon hojjachaa turuu himan. Tajaajiloonni dhaabbanni keenya fedhii maamilootaa giddugaleeffachuun kennaa jiru kun amansiisaafi si’ataa ta’uunsaa maamiloota amanamoo  kuma 90 ol akka horannu nu taasiseera jedhan. Obbo Jibaat itti dabaluunis maamiloonni keenya hir’ifama gatii Ayyaana Torbee Maamilootaa sababeeffachuun tajaajiloota Inshuraansii tokko tokkorratti kennamerraa fayyadamoo akka ta’an yaadachiisaniiru.

Dura taa’aan Daayireektaroota Boordii dhaabbata keenya Kabajamoo Obbo Taaddasaa Gammadaa ergaa dabarsaniin Inshuraansiin Awaash xiyyeeffannoo olaanaa maamiloota isaatiif kenneen amantaa olaanaa maamiloota isaarraa argateera jedhan. Mul’ata karoora tarsiimawaa 2030 keessatti qabateenis tajaajiloota inshuraansii fedhii maamilootaa gidduageleeffatan dhiheessuun isa bu’uuraa yommuu ta’u, akkaataa kenniinsa tajaajilaarrattis karoorfatee hojjachaa jiraachuus himan. “Maamiloonni keenya bu’uura  waan hunda keenyaati” kan jedhan Obbo Taaddasaan dhaabbatichi sagantaa daawwannaa maamilootaa walitti fufaa kan qabuufi yaadaafi qeeqa maamilootarraa argatuun tajaajiloota isaa daran fooyyessaa jiraachuus himaniiru. Maatii Insuraansii Awaashifi Maamiloota Dhaabbata keenyaa hundaaf Ayyaana Torbee Maamiltootaa Gaarii hawwina! Ayyaana Gaarii!

Awash Insurance S.C. has solidified its leadership in Ethiopia’s private insurance sector, achieving a record-breaking premium collection surpassing 2.26 billion Birr in the first half of the 2024/25 fiscal year. This outstanding performance demonstrates a significant edge over its competitors, reaffirming the company’s dominance in the industry.

The General Insurance business alone contributed over 1.88 billion Birr, marking a remarkable 36% growth in sales revenue. Meanwhile, the Life and Health Insurance sector generated more than 322 million Birr, reflecting an impressive 55% growth. Additionally, the Sharia-compliant Salaam Takaful service saw contributions surpassing 58.7 million Birr, with a remarkable growth of 83%.

With an overall business growth of 40%, Awash Insurance continues to maintain its position as the leading private insurer among 17 market players. This exceptional achievement is a result of the strategic vision set by the company’s Board of Directors, the dynamic leadership of its Executive Management, and the dedication of its employees, sales representatives, and valued customers.

Awash Insurance expresses its deepest gratitude to all stakeholders for their ongoing trust and partnership in reaching this historic milestone.

Congratulations!

We are proud to announce the successful completion of our company’s Semi-Annual Performance Review Meeting, during which we reflected on our achievements, addressed challenges, and set ambitious goals for the future.

Mr. Taddesse Gemeda, our Board Chairman, delivered closing remarks that encouraged everyone to put in their utmost efforts to achieve the annual targets for 2024/25 in the coming months. He also shared an inspiring message from the Board of Directors, highlighting the company’s outstanding achievements and expressing appreciation to the Executive Management and all staff for their exceptional performance thus far.

Additionally, he affirmed the Board of Directors’ commitment to providing the necessary guidance in our efforts to reach our corporate goals.

**********************

የኩባንያችን ግማሽ ዓመት ስራ አፈጻጸም ግምገማ መድረክ በተሳካ ሁኔታ ተጠናቀቀ

በሂልተን ሆቴል ለተከታታይ ሁለት ቀናት ሲካሄድ የነበረው የኩባንያችን የስድስት ወራት ስራ አፈጻጸም ግምገማ መደረክ በተሳካ ሁኔታ የተጠናቀቀ ሲሆን ግምገማዉ ትኩረት የሚፈልጉ ክፍተቶችን ለይቶ በማዉጣት በቀሪው ወራት የሚሻሻሉበትን አቅጣጫ አስቀምጧል። የኩባንያችን ዳይሬክተሮች ቦርድ አባላት በግምገማው የታደሙ ሲሆን ዳይሬክተሮች ቦርድ ሰብሳቢ አቶ ታደሰ ገመዳ በግማሽ አመቱ ለተመዘገበው አመርቂ ዉጤት የእንኳን ደስ አላችሁ መልእክት አስተላልፈዋል ። አቶ ታደሰ አክለዉም በቀሩት የአመቱ ወራት መላዉ የኩባንያው ሰራተኞች እና ስራ አመራር አባላት ለተሻለ ስኬት ጥረት ማድረግ እንደሚገባቸው በማሳሰብ የዳይሬተሮች ቦርድ ክትትል ኣንድ ድጋፍ ተጠናክሮ እንደሚቀጥል አረጋግጠዋል።

*************************

Yaa’iin gamaggama raawwii walakkeessa waggaa dhaabbata keenyaa milkaa’inaan golabameera.

Yaa’iin gamaggama raawwii hojii walakkeessa waggaa Inshuraansii Awaash guyyoota lamaan darbaniif Hoteela Hiiltanitti adeemsifamaa ture milkaa’inaan kan goolabame yommuu ta’u, Daayireektaroonni Boordii dhaabbata keenyaa saganticharratti argamuun hirmaattotaaf dhaamsa dabarsaniiru. Dura taa’aan Boordii Daayireektarootaa dhaabbata keenya obbo Taaddasaa Gammadaa ergaa dabarsaniin raawwii hojii olaanaa ji’oota jahaan darbaniif baga gammaddan jechuun hojjattoonni dhaabbatichaafi hoggantoonni olaanoon hundi ji’oota hafanitti milkaa’ina olaanaaf hojjachuu akka qaban dhaamaniiru. Dhumarrattis miseensonni boordii daayireektarootaa hordoffiifi deeggarsa barbaachisu hunda taasisuuf qophii ta’uusaanii mirkaneessaniiru.

In recognition of their exceptional contributions to the midyear success, the company proudly awarded our best-performing branches in the presence of the Board of Directors and Executive Management members. These branches have demonstrated outstanding dedication, and commitment, playing a pivotal role in driving our company’s growth and achieving its strategic goals. This recognition not only highlights their hard work but also inspires all branches to strive for excellence as we work together to achieve our corporate objectives.

Congratulations to the winning branches for their well-deserved success! Let’s continue to build on this momentum and aim even higher in the months ahead.

***********************************

በግማሽ ዓመቱ የስራ አፈጻጸም ግምገማ ላይ የተሻለ አፈጻጸም ያስመዘገቡ ቅርንጫፎች ተሸለሙ። የኩባንያችን የ2024/25 ስድስት ወራት ስራ አፈጻጸም ግምገማ በተሳካ ሁኔታ የተጠናቀቀ ሲሆን በወቅቱ ከፍተኛና አስደናቂ ውጤት ያስመዘገቡ ቅርንጫፎች እውቅና ተሰጥቷል። ተሸላሚ ቅርንጫፎቻችን እንኳን ደስ አላችሁ እያልን ቀጣዩ ጊዜ የበለጠ ውጤት የምታስመዘገቡበት እንዲሆን እንመኛለን።

****************************

Dameewwan dhaabbata keenyaa raawwii hojii olaanaa galmeessisan badhaafaman.

Yaa’iin gamaggama raawwii hojii walakkeessa waggaa dhaabbata keenyaa dameewwan raawwii olaanaa galmeessisan badhaasuun goolabame. Yaa’ii gamaggama raawwii hojii walakkeessa waggaa Inshuraansii Awaash Hoteela Hiiltanitti guyyoota lamaan darbaniif walitti fufiinsaan adeemsifamaa ture irratti dameewwan dhaabbata keenyaa raawwii olaanaa galmeessisaniifi milkaa’ina dhaabbata keenyaaf gumaacha olaanaa taasisan badhaafamaniiru. Dameewwan raawwii hojii keessaniin badhaafamtan hundaan Baga Gammaddan jenna.

We are deeply honored to share that the Association of Ethiopian Insurers (AEI) has extended their heartfelt congratulations to our company on the celebration of our 30th anniversary!

We extend our gratitude to AEI for their kind message.

*******************************************

የኢትዮጵያ መድን ሰጪዎች ማህበር የኩባንያችንን 30ኛ ዓመት የምስረታ በዓል በማስመልከት መልካም ምኞት መግለጫ መልዕክት በክብር አድርሶናል። የኢትዮጵያ መድን ሰጪዎች ማህበር ላደረሰን የእንኳን አደረሳችሁ መልእክት ለባዊ ምስጋናችንን እናቅርባልን!

******************************************

Waldaan Dhaabbilee Inshuraansii Itiyoophiyaa (AEI) hundeeffama waggaa 30ffaa keenya sababeeffachuun ergaa baga ittin isin gahee nuuf qoodaniif kabaja guddaatu nutti dhagahama! Ergaa hawwii gaarii nuuf ergitaniif guddaa galatoomaa!

Grateful for ZEP-RE’s warm congratulations and trophy on our 30th anniversary! Thank you for making our celebration special!

Awash Insurance signed a partnership with Safaricom M-PESA to Enhance Digital Payment Solutions for Insurance Services

አዋሽ ባንክና አዋሽ ኢንሹራንስ 30ኛ ዓመት የምሥረታ በዓል ዓብይ መርሃ-ግብር በስካይላይት ሆቴል ተካሄደ

Our branches are joyfully celebrating the 30th anniversary of Awash Insurance and Bank! Happy Anniversary!